Ecclesiastes 5:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasi qajeelaniti, ka nami akuma d'ufe deebiu! Inni guddo hojate qilleensa qabichati game, maani argate re?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunillee guddisee hama'a; namni akkuma dhufeen waan deebi'u yoo ta'e dadhabbiin isaa qilleensaaf yoo ta'e bu'aa maal qaba?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tunille waan hantuu akka malee nama gaddisiittu; nami akkuma dhalate san deebi'ee hin deema; wonni itti elowe sun akka waan qilleensi fudhatee eega teete, inni bu'aa maan dhaggata ree?