Ecclesiastes 5:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni dukana keesa laalefachafi gaargalafi dallansufi fayyad'abaani taa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Barri jireenna isaa maruu dhiphinna baay'ee rakkinna, biibbayu'uun dukkana keessatti nyaattama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni bara jiruu ifii mara gadda gudda'aan, dhibe'ee fi aari'iin dukkana keessa le'a.