Ecclesiastes 5:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti anini arge tana: wonti waan ch'ufa ira dansa, ka namu tolchuu male, aka waan hojate argate nyaate d'uge gammaduuni, haga bulti gabaabdu Waaqi kenneefi tana jiru; jiruuni namaatu tanuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti mishaanii fi bareenni ani arge, namni bara jireenna ufii guutuu akka nyaatee dhugu, sami'ii gaditti waan itti dadhabe marattuu akka gammadu, kun hiree mishaa Rabbi isaa kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tun hiree isaa waan teeteef, nami bara jiruu ifii diqqoo Waaqi biyya lafaa irratti isaaf kenne tana keessatti nyaataa, unaa, waan itti elowe maratti gammadiis waan dansa'aa fi waan isaaf maltee akka teete hubadhe.