Ecclesiastes 5:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo Waaqi duroomafi qabeenna namaa kenne nama macheese, nami sunini sila galata isaa deebise, waan hojate kaale iraa gammadu male. Tunini ch'ufti kenni Waaqaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi nama maraafuu qabeennaa fi durummaa kennuun, isa irraallee nyaatee gayaa ufii akka fudhatu, dadhabbii ufiititti akka gammadu leenjisuun isaa, kun kennaa Rabbiiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi karraa fi qabeenna namaaf kennee, akka nami hiree ifii fudhatee, waan itti elowetti gammadu, tun kennansa Waaqaa ti.