Ecclesiastes 5:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hubatte male indubbatiini, ammalle herega male, Waaqaa wo tolcha injed'ini. Inni gubba jira, atini lafa jirta, tanaafi waan jechu malte male, dubbi ind'eerisiini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi samii'i; ati garuu lafa irra waan jirtuuf Rabbiin afo'otti waa dubbachu'uuf hin jarjarin; kanaafuu dubbiin kee diqqoo haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Afaan keetiin hin ariifatin; Waaqa duratti waan tokko dubbatiisaafille gadhaa keeti keessatti hin jarjarin. Waaqi ol-gubbaa jira; ati ammoo lafa irra jirta; maarre dubbiin teeti diqqoo teetuu ti.