Ecclesiastes 5:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Waaqi isa gammachiiseefi, inni jireenna isaa gabaaba kana guddo iyyaadu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kana mara irrattuu Rabbi gammachuu waan kenneefiif gabaabbinnaa fi dheerinna umurii isaatiif hin yaaddayu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi gammada gadha'aa namaaf waan kennuuf, nami marroo bara jiruu ifiitiif hin yaaddowu.