Ecclesiastes 5:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoyu atini Waaqa wo kakhatte, kakhu suni hurrisi guutiifi; inni daalle woma ira inqabu, tanaafi atini waan kakhatte suni guutiifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Rabbi worra gowwa'atti hin gammadu; hennaa Rabbii waa kennu'uuf woreega galte waan woreega galte san dafii raawwadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqaaf yennaa waadaa galtu, muummessiisaaf hin turin. Inni worra gowwa'atti hin gammadu; waadaa keeti muummessi.