Ecclesiastes 5:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Arabi kanke ch'ubbu keesa si imbuusini, aka hegeri kakhu tante tana ergattu Waaqa durati imormanne. Maafi Waaqa ufiti dallansiifta? Maafi aka inni huji atini tolchitu balleesu iti lakifta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara cubbu'uu akka si hin masakkine arraba kee eeggadhu; hojjataa mana woyyu'uutiin «Dogoggoraan woreega kennee ture» jettee hin dubbatin; Rabbi waan ati dubbattetti aaree hujii harka keetii maaf balleessa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Afaan keeti gara cubbu'uu si hin geessin. Ergamaa Galma Waaqaatiin, «Waadaan ani gale dokonkora» hin jedhin. Maaniif Waaqi dubbii teetitti aaree hujii harka keetii balleessa ree?