Ecclesiastes 5:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato guddo oobjatte, huji woma keesa injirre hojatte, yokhaani dubbi d'eeratele, Waaqa sodaachu malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bakka eebjuun jiru, akkasuma bakka dubbiin hedduu jiru, bakka san waan gatii hin qabne baay'e'etu jira; ati garuu Rabbiin sodaadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Oojjuun baca'aa fi dubbiin bacaan bu'aa hin qaddu. Tanaaf, Waaqa sodaadhu.