Ecclesiastes 5:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja atini lafa toko keesati hiyyeesa dabsani d'ugaafi qajeeluma d'owani argite, imamiini. Nama gudda ch'ufa nama isa ira jiruti tissa, ammo worra lachule nama worra ira jiruti tissa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya keessatti yoo hiyyeessi gad qabame, handhi dabee, yoo mirgi dhiibamee argite waan kanniin hin maalalfatin; sababaan bulchaa tokko ka gubba'aatitu arga; kanniin lamaa gubbaallee ka biraa ka isaanii oliititu jira;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya tokko keessatti hiyyeessi cunqurfamee, muraan haqaatii fi mirgi isaa dhooggameen yoo dhaggite, waan akkasii san hin baaseffatin; qondaalli tokko qondaala isa ajaju tokkoon ilaallama; isaan lachuu irralle'etti ol aanaa dhibi'ittuu jira.