Ecclesiastes 5:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuleeni waan lafti baaftu male injiraatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bu'aan lafa irraa argamu ka maraati; mootichinuu qonna irraa fayyadama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni latti baachu ta nama maraa ti; mootichinuu fichaa irraa fayyadama.