Ecclesiastes 6:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan taha ch'ufa duru murani, ammalle nu imbeenna, nami nama isa ira jaba dandae imorkuuni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti amma jiru maruu woma dura maqaan kennameef; wonti namni ta'u woma dur murtaayeef; waan jabaa hunna qabu ka isaan caalu uf irraa dhoogguu hin danda'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni amma jiru woma duruu maqaan itti moggaafame; nami maan akka te'e duruu beekkameera. Nami ka isa caalaa jabaatu woliin falmatuu hin dande'u.