Ecclesiastes 6:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbini akuma d'eeratuuni miaa d'abdi; kara kamiini goomita qabdi?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma dubbiin baay'ateen wonti gatii hin qabne baay'ata; eeganaa kun namaa maal fayyada?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubbiin bacattu, wonni bu'aa hin qannelle bacatti; isii keessaa nami maan bu'aa dhaggata ree?