Ecclesiastes 6:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami tokoleeni akamiini dandae waan isaa male, jireenna isaa gabaaba ka woma imbaane, ka aka gaandidu dabru kana keesati beekha? Eenuti waan eegi inni due lafa keesati taha beekha?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara gatii hin qabne ka akka gaaddiddu'uutitti lufu keessatti namni waan namaa tolu beeku eennu? yookaan haga du'een maayessa sami'ii gaditti maaltu akka raawwatamu eentu namatti himuu danda'a?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami bara jiruu ifii ta bu'aa hin qanne, gabaadduu akka gaaddisaa dabartu tana keessa adoo jiruu, waan isaaf dansaa te'e eentu beeka? Inni du'een duuba biyya lafaa irratti waan te'uuf jiru eentu isatti himuu dande'a?