Ecclesiastes 6:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami lubbu bule ijoolle d'ibba toko d'ale ammo gammadafi awaala dansale d'abe, naa garaacha nama ira bahuti ira woyya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni ijoollee dhibbaa uduu uumatee woggaa hedduu jiraatee lubbuu ufiitiin uduu hara baafachuu baatee dhuma irratti garuu ulfinnaan gara du'aa yoo hin deemne ani waan nama saniitiif guddisee gadda; nama san irra ka gara'atti du'ee baye woyya jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami tokko ijoollee dhibba uumatee, bara bacaa le'uu dande'a; haga le'elle le'u, inni yoo karra ifiititti hin gammadin, ulfinnaan yoo hin awwaalamin, ani, «Isa caalaa finna du'ee dhalate woyya» jedha.