Ecclesiastes 6:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami qarooni kara kamiini daalle ira jira? Hiyyeesa arga d'ageetiini maal baati?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu namni ogeessi nama gowwaa maali'iin caala ree? nama hiyyeessa jiraachise'eef faayidaa maal argata?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami qaroon nama gowwaa maaniin caala ree? Nami hiyyeessille namoota dhibii odduu attam akka le'u beekuun maan bu'aa isaaf qaba ree?