Ecclesiastes 7:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gurri dansaani waan horatani ch'ufa ira jira; guyyaani dua ka d'aloota ira jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Urgoo mishaa irra maqaa mishaa, guyyaa dhalatan irra guyyaa du'aa woyya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fiqiree dansa'aa mannaa, maqaa dansaa woyya; guyyaa dhalootaatii mannaa guyyaa du'aa woyya.