Ecclesiastes 7:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Finni duri eesa finna amma ira jira? Injed'ina. Sunini gaafi daallumaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Bara kana irra barri durii maaf woyyaa ta'e?» jettee hin gaafatin; gaafiin akkanaa kun gaafii nama ogeessaa waan hin taaneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaaffiin akkasii gaaffii nama qaro'oo waan hin te'iniif, «Bara ammaatii mannaa, maaf bara durii woyya?» jettee hin gaafatin.