Ecclesiastes 7:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami jiru ch'ufti qaro tahu male; wonti akanatiifi qaroomi d'aala ira wo namaa baha,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ogummaan waan mishaa akka lafa qabaachu'uuti; namoota sami'ii gad jiraatan maraa hin fayyada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qarummaan akkuma dhalaa dansa'a; worra lafa irra le'uuf bu'aa qaddi.