Ecclesiastes 7:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle akuma beeseeni namaa, waan takaa tanale nama qarqaartu, innileeni nama qarqaara. Qaroomi nama qorqorata — aki beekhi wo namaa bahu akana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma horiin gaaddisa ta'u ogummaanillee gaaddisa taati; caaluun beekkumsaa garuu ogummaa jireenna abbaa ufii eegu'uuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma beeseen gollaa namaaf teetu, qarummaalle gollaa namaaf teeti; irra caalaa ammoo qarummaan jiruu nama isii qabuu hin eeddi.