Ecclesiastes 7:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja wo sii mid'aagaani gammadi, ammalle hojja gaargali d'ufu waan kana qaabad'u: Waaqumati gammadafi gaargalale namaatiini d'ufa; nami dandae waan iti deemu imbeekhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo hennaan mishaa ta'e gammadi; yoo hennaan badaa ta'ellee hubadhu; kanaa fi sanillee ka uume isuma; kanaafuu namni waan isaa ka uf afo'oo beekuu hin danda'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barri dansaa yennaa te'e, gammadi; barri badaa yennaa te'e ammoo, hubadhu; Waaqi akkuma waan tokko dade, waan dhibiille dade; tanaaf nami waan gara duraa te'u hin beeku.