Ecclesiastes 7:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jireenni kiyya qara woma keesa injiru, ammo ha taatuti, isa keesati guddo wo arge. Ato nami qajeelani dansaani duu, nami hamaani ato hamaatele lubbu bula.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara kiyya ka gatii hin qabne kanatti waan lamaan argeera; namni hamaan waan hamaa hojjatee woggaa dheeraa yoo jiraatu, namni mishaan garuu mishummaa ufiitiin hennaa badu argeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani bara jiruu tiyyaa ka bu'aa hin qanne kana keessa, nami balchaan tokko adoo balchaa te'eeruu du'uun, nami hamaan tokko adoo hamaa te'eeruu bara dheeraa le'uun, waan lamaan kana dhaggeera.