Ecclesiastes 7:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla mana jila deemani, hojja mana boha deemani ira jirti, waan nami jiru aka dooti isa eegatu ufi qaabsisuufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana waa itti nama affeeran dhaquu irra mana booyaa dhaquu woyya; inni dhuma nama maraa waan ta'eef duuti ta nama maraa irra geettu akka taate waan nama hubachiiftuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara mana nyaataa fi unto'oo dhaqiisaa mannaa, gara mana bowaa dhaqiisa woyya; duuti muummee nama maraa waan teeteef, worri jiraataan tana qalbeeffatuu ti.