Ecclesiastes 7:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan anini jed'e kana ch'ufa qarooma kiyyaani laale arge. Anini qaro tahu fed'e, ammo tahu dad'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kanniin maraa ogumma'aan qoradhee ani ogeessa ta'a jedhe; ogummaan garuu na irraa fagaatte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani qarumma'aan waan kana mara haga ilaalee, «Ani qaroo hin te'a» jedhee yaade. Qarummaan ammoo na irraa fagaatte.