Ecclesiastes 7:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ato akasile taate, anini ufi baase aka beekhaani wo barad'u; ammalle aka qaroomafi waan imbeennele barad'e, aka woni hamtuuni daallumafi maraatu hubad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani ogumma'aa fi dhuma waa maraa qoradhee beeku'uuf, cubbuun gowwummaa; gowwummaanillee maraattummaa akka ta'e beekee yaada kiyya biraa deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf ani qalbii tiyya gara beekkumsaa, gara wo qorqoriisaa, gara qarummaa barbaadiisaa, gara hiikkaa hundee waan mara barbaadiisaa, gara dadhabbii worra gowwoole'ee hubatiisaatii fi gowwummaan maraatiisa akka teete hubatiisaa deebifadhe.