Ecclesiastes 7:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani herega waan jed'e, Anini ato toko tokooni barbaadu wo arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ogeessichi akkana jedha «Wonti ani wol duraa duubaan qoradhee arge ka biraa kana;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lallabaan sun, «Kunoo, wonni ani qorqore tana: hundee waan maraa qorqoriisaaf, waan tokko waan dhibii irratti ede'ee,