Ecclesiastes 7:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti anini arge tana ch'alla. Waaqi qajeelumani nu mid'aase, ammo nami aka ira ufi gorse ufi babadeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti biraa ka ani qoradhee bira gaye, Rabbi namoota garaa isaanii qajeelaa godhee isaan uume; isaan garuu dhara xaxamaa uuman.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani tana callaa dhagge: Waaqi nama yaada qajeelaa qabu dade; namooti ammoo mala hedduu barbaadane» jedha.