Ecclesiastes 7:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hojja ch'ufa waan gammada heregu daalle. Nami qarooni waan dua herega.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garaan nama ogeessaa gara mana gaddaati; garaan gowwa'aa garuu gara mana gammachu'uuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami qaroon marroo gaddaa yaadata; nami gowwaan ammoo marroo gammadaa qofa yaadata.