Ecclesiastes 7:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Muummeeni waan ch'ufa uumama isii ira jirti. Obsileeni ufi saadu ira jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jalqaba waan tokkoo irra dhumaa woyya; nama uf jaju'uun dubbatu irra nama obsu woyya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jalqaba waan tokkootii mannaa, muummee isi'ii woyya; koora mannaa, ossata woyya.