Ecclesiastes 8:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eentu nama qaro fakaata? Eentu waan dubbini ch'ufti jettu beekha? Qaroomi hameenna nama ira balleese nama mid'aasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni akka nama ogeessaa ta'e eennu? ka wontoota hiikuu beeku eennu? ogummaan nama keessaa fuula namaa ibsiti; nyaara namaallee hin jijjiirti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami akka nama qaro'oo hiikkaa woyii beeku eennu? Qarummaan fuula namaa ifaallessa gooti; nyaara namaalle hin jijjiirti.