Ecclesiastes 8:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama hamama awaalani arge, ammo nami worra awaale biraa galu, ato karaa yau, diruma worri duri hameenna keesati tolche keesati dansuma worraa dubbata. Tunileeni woma imbaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma hammeeyyiin hulee woyyuu seena'aa baya'aa turan akka awwaalaman hin arge; bakki isaan jallinna keessatti hojjata'aa turanillee isaan hin qaabatu; kunillee waan gatii hin qabne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma, ani worri hamaan addee woyyitti'ii gad bayaa, ol seenaa turane, awwaalamanee dhagge; isaan qachuma waan hantuu itti hujane keessatti leellifamane. Tunille bu'aa hin qaddu.