Ecclesiastes 8:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbichi dandae maro d'ibba toko hameenna tolche iraa hafe lubbu bula. Anini waan nami jed'u imbeekha; hojja atini Waaqa sodaatte woma intaatu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni cubbamaan hennaa dhibballee yoo yakka hojjate woggaa baay'ee jiraata; worri Rabbiin sodaatanii fi kabajjan garuu wonti maruu akka isaanii qajeelu hin beeka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami cubbaalessi yennaa dhibba yakkaa hujee bara dheeraa le'ulle, worra Waaqa sodaatu, ka ulfinna Waaqaaf kennuuf wonni dansaan akka teetuuf ani hin beeka.