Ecclesiastes 8:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo ch'ubbichi wo taha. Jireenni isaa aka gaandidu jira, inni yoosu dua, waan inni Waaqa insodaanneefi jed'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cubbamaan garuu Rabbiin waan hin sodaanneef barri isaa akka gaaddisaa dheerata'aa hin deemu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hamaan ammoo Waaqa waan hin sodaanneef, wonni dansaan isaaf hin teetu; barri isaalle akka gaaddisaa hin dheeratuuf.