Ecclesiastes 8:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo tunileeni dubbiniti, d'ara. Me, waan lafa keesati tahe, laala: hojja gari nami qajeelani fulla ch'ubbicha gaargala argata, ammalle ch'ubbichileeni fulla nama qajeela galata argata. Anini waan jed'u, Tunileeni woma imbaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan hamaa adunyaa tana irratti hojjatamutu jira; hennaa tokko tokko namoonni woyyoonni adabbii worri cubbamtootaa argatantu isaan irrallee gaya; worri cubbamtoonni garuu gatii worri woyyootaa argatan fudhatan; garuu wonti kun waan gatii hin qabne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni dhibiin bu'aa hin qanne takka lafa irra jirti: waan nama balcha'aaf te'u nami hamaan, waan nama hama'aaf te'u nami balchaan fudhata; tunille waan bu'aa hin qanne.