Ecclesiastes 8:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi wonti anini arge, nami ufi macheesu male; wonti akanatiifi gammachuuni inni jireenna kana keesa qabu nyaatafi machi ch'alla. Ato inni haga Waaqi lubbu isaa lafa tana irati bulchu hojatu, yo waan d'ibi dad'abele waan kana tolchu indad'abu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni adunyaa tanatti waan nyaatee dhugu waan hujii isaatitti gammaduu malee wonti mishaan biraa waan hin jirreef ani guddisee gammade; adunyaa tana irratti namni umurii Rabbi isaa kennetti dadhaba'aa waan dadhabbii ufiititti gammada'aa jiraata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami biyya lafaa irra le'u nyaatee, unee, gammadiisa caalaa wonni tokkolle waan hin jirreef, maarre ani gammadiis dansaa akka te'e murteesse; tanaaf, nami bara Waaqi biyyaa lafaa irratti jiruu isaaf kenne mara hujii ifiititti hin gammada.