Ecclesiastes 8:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa anini duri qarooma barbaade waan lafa keesati tolchani barachaa iti game, wonti anini hubad'e, ato nami halkani hiriba ufi d'owe taa bulele,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani nama ogeessa ta'u'uu fi waan adunyaa tana irratti hojjatamu qoradhee haga beeku'uuf yaale namni halkanii fi guyyaa uduu hara hin baafanne akka jiraatu arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani qarummaa beekiisaaf, eloo namaa ta lafa irratti halkanii fi guyyaa ilti isaa hirriiba hin qanne hubatiisaaf, qalbii tiyyaan yennaa qorqoru,