Ecclesiastes 8:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
dandae waan Waaqi tolchu inhubatu. Ato nami haga fed'u barbaadele inargu. Nami qarooleeni ato, Imbeekha jed'ele dandae imbeekhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni haguma fedhellee yoo waa qorate waan Rabbi godhu beekuu akka hin dandeenne hubadhe; namni haguma fedhe waa qorachu'uuf yoo dadhabellee hiikkaa isaa tokkollee argachuu hin danda'u; namoonni ogeeyyiin «Nu waan kana hin beenna» yoo jedhanillee sirima hubachuu hin danda'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
waan Waaqi huje mara dhagge; waan biyya lafaa irratti godhamu eennulle beekuu hin dande'u; nami qorqoriisaaf guddoo wodhaanulle hiikkaa dhaggiisaaf hin dande'u; nami qaroon, «Hin beeka» yoo jedhelle, ijjumaa hubatuu hin dande'u.