Ecclesiastes 8:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojafi karaani dansaani wo tolchani injira, ammo beekhi namaa diqa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rakkoon namaa guddaa ta'ullee wonti maruu hule'ee fi hennaa qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Rakkinni namaa akka malee itti ulfaatulle, waan maraaf yennaa itti teetuu fi akka itti teetutti jira.