Ecclesiastes 8:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gaafa waan lafa tana irati tolchani herege, wonti anini arge, nama gari ka jabeenna qabuufi nama gari ka worra suni jalati gaargalu arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan adunyaa tana irratti ta'u maraa guuttadhee laalee kana maraa hubadhe, namni tokko nama biraa miidhu'uuf hennaa bulchaa ta'utu jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan biyya lafaa irratti hujame mara qalbii tiyyaan qorqoree dhagge. Nami nama miidhiisaaf, yennaa nama dhibii irratti goottaa te'utti jira.