Ecclesiastes 9:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan kana ch'ufa guddo herege jennaani aka wonti nami qaroofi qajeelani tolchufi jaalalaafi jibbi worraleeni Waaqa iraa d'uftu arge. Nami tokoleeni ka waan iti deemu beekhu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kanniin hennaa dheera'aaf haga yaadeen maayessa hujiin namoota hammeeyyi'iitii fi ka namoota woyyootaa akka Rabbiin harka jiru hubadhe; kanaafuu waan uf afoo isa irra gayu jaalala ta'ee'e jibbansa namni beeku hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani kana maraa hubatiisaaf wodhaaneera. Nami balcha'aa fi qaroon, hujiin isaaniille harka Waaqaa keessa jirti; wonni isaan eeggatu, jaalala yookiin jibba akka te'e, nami beeku hin jiru.