Ecclesiastes 9:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namu guyya ufii imbeekhu, akuma simpirreefi qurt'umi t'ururaani qabani, akasuma aka dagutiini hojja hamtu nama qabani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni maruu hireen kun yoom akka isa irra gawu hin beeku; akkuma handariin barartee siiboo keessa seentu, akkuma qurxummiinillee uduu hin beenne woshaadoo isaan qaban keessa seenu akkasuma ilmi namaallee uduu hin beenne tasa waan isa qabu keessa seena.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hiree isaa badduun yoom akka itti dhuttu hin beeku; akkuma qurxummiin caccoo hantuu seentee qabantu, akkuma sinbirreen ribboo jala seentu, ilmaan namaalle yennaa hantuu dedhuma isaanitti dhuttuun hin qabaman.