Ecclesiastes 9:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duri dira diqa tokoti, ka nama diqa qabu, jira; jennaani hayyichi jabaani toko had'iisaa d'ufe dira suni marse naabo isaa ch'absaa kurfefate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
qachattii diqqoo baniin hagoon keessa jiraatu takkatu jira; mootiin hunna qabu tokko dhaqee isii marsee isii irratti kushee guddaa ijaare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
qachaan diqqaan nami diqqaan keessa le'u tokko jiraayyu; mootiin hunnaamessi tokko dhufee lola itti kaasee, kaabii guddoo marsee itti ijaare.