Ecclesiastes 9:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira suni keesa namicha deega toko jira, ka sila qalbi ufitiini dandae dira suni baasu, ammo namu isa inqaabanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hiyyeessi ogeessi qachaa san keessa jiraatu tokko ogummaa ufiitiin qachattii san oolche; nama hiyyeessa ogeessa san garuu eennullee isa hin qaabanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi hiyyeessi qaroon qachaa san keessa le'u tokko jiraayyu; inni qarummaa ifiitiin qachaa san hambure. Ammoo namicha hiyyeessa san nami tokkolle hin qaabanne.