Ecclesiastes 9:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma anini guyya ch'ufa jed'u, qaroomati irre ch'aala, ammo nami tokoleeni nama hiyyeesa qaro insehu, yokhaani waan inni jed'u jala inqabani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
kanaafuu «Ogummaan hunna caala» jedhe; ogummaan nama hiyyeessaa garuu hin tuffatama wonti inni jedhullee jalaa hin dhagayamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ani, «Qarummaan jabeenna caalti» jedhe; ammoo namichi kun hiyyeessa waan te'eef, qarummaan isaa tuffatante; jecha isaalle nami dhage'e hin jiru.