Ecclesiastes 9:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo sila haasaa laana ka nama qaro ch'aqasani dansa, fulla hayyu kora daalle keesati tae lallabu ch'aqasani ira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyansa bulchaa tokkoo ka worra gowwaa wodhakkaa dhaabatee iyyu caalaa'a, dubbiin ogeessi suuta dubbatu hin caqafama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyya bulchaa gowwoole'eetii mannaa, dubbii qaroon laana dubbatu woyya.