Ecclesiastes 9:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qarooni miha lola ira wo mid'aasa, ammo ch'ubbichi toko waan dansa heddu balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ogummaan meeshaa woraanaa caala; cubbamaan tokko garuu waan mishaa baay'ee balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qarummaan meya woraanaa caalti; cubbaalessi tokko ammoo waan dansaa bacaa balleessa.