Ecclesiastes 9:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama ch'ufa waan takaati eegata, duuba tuleeni waan hamtu toko, ka lafa tana irati namati d'ufa. Nami haga jiru ch'ufa heregi isaa woma hamtufi maraatumaani guutame, duuba yoosu dua.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan sami'ii gaditti hojjatamu maraa keessaa hamaan woma namoonni maruu dhuma irratti argatan; kana irrattillee garaan namootaa ka hammeennaan guuttame; bara jireenna isaanii maraa keessatti maraatumma'atu garaa isaanii keessa jira; kanaan maayessa garuu hin du'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan biyya lafaa irratti te'u mara keessaa wonni hantuun hiree tokko dhaggatiisa nama maraa ti; irra caala'aayyuu, gadhaan namootaa hammeennaan guutameera; bara jiruu isaanii mara maraattummaan gadhaa isaanii keessa jirti; muummee irratti gara du'aa deeman.