Ecclesiastes 9:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee, ka jiru aka duu imbeekha, ammo ka due woma tokole imbeekhu. Wonti worri argatu injirtu, deebiani inqaabatanile.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni lubbu'uun jiran guyyaa tokko akka du'an hin beekan; worri du'an garuu womaa hin beekan; isaan waan sirima irraanfatamaniif gatii hin qaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri jiru akka du'anu hin beekan; worri du'e ammoo waan tokkooyyuu hin beekanu; gatii hin qabaatanu; dabarsiin isaaniituu hin dedhanti.