Ecclesiastes 9:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaalala, jibba, d'iibiini worraleeni worruma woliini dooti. Ituma deebiani waan nami jiru lafa tana irati tolchu qooda keesa inqabani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalalli, jibbansinii fi hinaaffaan isaaniillee isaanuma woliin du'e; waan sami'ii gaditti ta'u maraa isaan baraa haga bara baraa sirima qooda hin qaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalalli isaanii, jibbaa fi hinaaffaan isaanii eega baddee turteerti; waan biyya lafaa irratti te'u keessatti isaan ijjumaa qooda hin qabanu.