Ecclesiastes 9:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Woya shooba naqad'u, d'ad'a mataa dibad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa maraa uffata adii uffadhu, mataa kee dhadhaa dibadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa mara woyaa adii uffadhu; mataa keetille zayitii ejersaa dibadhu.